Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Nageenyaa Komishinii mirga namoomaa Ityoophiyaa waliin mari’ate

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa Komishinii mirga namoomaa Ityoophiyaa waliin qabiinsa mirga namoomaarratti mari’ateera.

Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariiyat Kaamiil, Kimishinara mirga namoomaa Ityoophiyaa Dooktar Daani’eel Baqqalaa waliin qabiinsa mirga namoomaa akkasumas dhimmoota biroorratti marii taasisuu ragaan Ministeericharra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.