Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Rippaabilikii Cheek galan

Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Rippaabilikii Cheek galaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy daawwannaa hojiif Rippaabilikii Cheek galuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.