Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee hayyoota ‘Dhaalootaa Idaa’amuu’rratti ilaalchasaanii dhiyeessan galateeffatan

Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad kitaabaa ‘Dhalootaa ida’amuu’rratti hayyoota ilaalcha isaanii dhiyeessan galateeffataniiru.

Kitaabni Dhalootaa ida’amuu har’aa eebbifamuu kan eeraan Ministirri Muummee Abiy Ahimad, sirna eebba kitaabichaarratti dargaggoonni 500 ol argamuu kaasaniiru.

Kun ammoo qaama hojii dhaloota ida’amuu ijaaruuf jalqabamee ta’uu ibsan.

Dabalataan Hayyootaa kitaabicharratti ilaalchaa isaanii dhiyeessan galateeffataniiru.

Dubbistoonni kitaabichaas akka dubbisan, irratti mari’atanii fi qeeqanis dhaamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.