Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Liibiyaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Liibiyaa Abduulhamiid Aldabaayibaan Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuuf Finfinnee galaniiru.

Abduulhamiid Aldabaayibaan waayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen simatamaniiru.

Turtii Itiyoophiyaatti taasiisaniin hoggantoota mootummaa olaanoo waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanii, naannawaa fi idil addunyaarratti ni mari’atuun kan eegamu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.