Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Ugaandaa Paarkii Indaastirii Boolee lammii daawwatan

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Ugaandaa Roobinaah Nabanjaan Finfinneetti Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwataniiru.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Koorporeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Obbo Akliluu Taaddasaan , Roobinaah Nabanjaan simachuun haala Sochii waliigalaa Paarkiichaa daawwachisuu ragaan Korporeshiniichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.