Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni garee shororkeessaa Humna Addaa Tigiraay irraa dhufan to’ataman

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Miseensonni garee shororkeessaa Humna Addaa Tigiraay irraa dhufan to’atamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.

Miseensonni Humna Addaa Tigiraayirraa dhufanii to’ataman 2 ta’uu kan eere bulchiinsi magaalichaa, namoonni kunneen kutaa Magaalaa Aqaaqii, naannawaa Tulluu Diimtuutti sa’aa 11:00rratti to’atamuun eerameera.

Namoonni kunneenis Zaman Gabiregzaabeer (Miseensa Qajeelcha Eegumsaa kan ture, ogeessaa dhootuu (‘fanjii’) akkasumas, Gabirekaadaan Gabiretsaadiiq miseensa humna addaa ta’uun eerameera.

Yeroo ammaas miseensotaa garee shororkeessaa kanneen irratti poolisii Federaalaa waliin ta’uun qoranoon gaggeeffamaa jiraacuu beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.