Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni koree sochii magariisaa buufata biqiltuu daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 22, 2012 (FBC) – Miseensonni koree sochii magariisaa buufata biqiltuu daawwatan.

Miseensonni korichaa naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa, aanaa Adaamaatti buufata biqiltuu Soodaree daawwataniiru.

Daawwicharraii ministiroonni, hoggansi naannoo Oromiyaa fi namoonni beekamoon hirmaataniiru.

Dhaabbii biqiltuu baranaatif buufataaleen biqiltuu kumni 24 qophaa’aniiru.

Kanaanis biqiltuu biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfameera.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.