Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Mana maricha hojiilee Misooma Koriidarii daawwatan

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hojiilee misooma Koriidarii magaalichatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Miseensonni kunneen Piroojektoota Misooma Koriidarii fi kaafamtoota sababa misooma Koriidariin bakka bu’iinsaan manni jireenyaa kennameef daawwachuu ragaan Mana mricharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.