Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Paartii Badhaadhinaa dhalattoota Tigraay, mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Miseensonni Paartii Badhaadhinaa dhalattoota naannoo Tigraay, magaalaa Finfinneetti hoggansarra jiran mari’atan.
 
Tamsa’ina vaayrasii koroonaatin filannoon biyyoolessaa dheereffamuu fi dhimmoota waqtaawaarratti mari’ataniiru.
 
Paartichi caasaa magaalaa Finfinnee hundatti hojii eegaluun ibsameera.
 
Alaazaar Taaddalaatu gabaase.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.