Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Antooniyoo Gutareezii fi Muusaa Faakii waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareezii fi komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.

Hariiroo dhaabbilee kanneen waliin qaban caalmaatti cimsuuf marii bu’aa qabeessaa taasiisuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.