Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad eebbifamtoonni koollejjii Waraanaa Raayyaa Ittisaa itti fufiinsaan beekumsa barbaaduun namoota biroof akka qoodan hubachiisan

Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad eebbifamtoota koollejjii waraanaa Raayyaa ittisaa marsaa jalqabaa eebbisiisaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad eebbifamtoonni koollejjii Waraanaa Raayyaa Ittisaa itti fufiinsaan beekumsa barbaaduun namoota biroof akka qoodan hubachiisaniiru.
Koollejjichi ogeeyyii damee garaagaraan barsiisaa ture 38 eebbisiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.