Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad guyyaa biyyaalessaa Imereetota Araba Gamtoomanii ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa biyyaalessaa Imereetota Araba Gamtoomanii ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Dhaaltuu gonfoo Imereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayid Al Nahiyaaniin baga guyyaa biyyaalessaa 51ffaan geessan jedhaniiru.

Dabalataanis uummata Imereetota Araba Gamtoomaniin baga geessan jechuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.