Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 eegalchiisan

Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRi Abiy Ahimad misooma Qamadii Jallisii Bonee bara 2015 naannoo Somaalee aanaa Tulluu Guleediitti eegalchiisaniiru.

Ityoophiyaatti bara kana marsaa lamaan lafa hektaara miiliyoona 1.3 jallisii Boneen Qamadii oomishuuf hojjetamaa jira.

Callaa kuntaalli miiliyoona 52 ni eegama jedhame.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.