Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy muudama haaraa laatan

Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad proofeesar Bayyane Pheexiroos itti aanaa hoji gaggeessaa olaanaa Inistiityuutii qorannoo Imaammata taasisuun muudaniiru.

Proofeesar Bayyane Pheexiroos hoogganaa paartii Demookratawaa Haawasumma Ityoophiyaa turan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.