Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa daawwatan.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Eertiraa Isaayyas Afawarqii waliin Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa guddicha daawwataniiru.

Guuttinsi bishaanii marsaa jalqabaa hidha haaromsaa baatii Adooleessaa darbe erga raawwatamee booddee Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy gara bakkichaatti imaluu isaanii kun kan jalqabaati.

Aanga’oonni lameen daawwannaa isaaniin haala ijaarsa hidha haaromsaa irra jiru ilaalaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.