Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy gara Afrikaa Kibbaa imalan

Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Iikwaatooriyaal Giinii xumuruun gara Afrikaa Kibbaa imalan.

Dooktar Abiy turmaata isaanii Iikwaatooriyaal Giinitiin mootummaa biyyattiirraa badhaasa niishaanii kabajaa argataniiru.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Iikwaatooriyaal Giinii Tewoodoor Obaamiyaang waliigaltee dameewwan misooma aadaa fi tuuriizimii walii mallatteessaniiru.

Dooktar Abiy turmaata isaanitiin iddoo bashannana magariisaa, oomisha boba’aa biyyattii daawwataniiru.

Dooktar Abiy Muddee 28 fi 29,2012 Riippabliika Giinii daawwachuun, eda galgala Iikwaatooriyaal Giinii galuun daawwii isaanii xumuranii gara Riippabliika Afrikaa Kibbaa imalaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.