Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa Doolaara kuma 400tti tilmaamamu taasise

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa Doolaaraa kuma 400tti tilmaamamu taasiseera.

Mootummaan Chaayinaa du’a daa’immaan reef dhalatanii ittisuuf kan dandeessisuu meeshaalee wallaa’nsaa doolaraa Ameerikaa kuma 400tti tilmaamamu Ministeera Fayyaaf laateera.

Akka gabaasa EBCtti deeggarsicha kan fuudhaan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ityoophiyaa keessaatti fayyaa daa’immaan reef dhalatanii fi umrii waggaa 5 gadi ta’aan hir’isuuf xiyyeeffannoon barbaachisadha jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.