Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Eemmireetoota Arabaa Gamtoomanii Biiroo Barnoota Oromiyaaf deeggarsa konkolaattoota 4 taasise

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Mootummaan Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Biiroo Barnoota Oromiyaaf deeggarsa konkolaattoota 4 taasiseera.
Barnoota naannoo Oromiyaa gara fuula duraatti tarkaanfachiisuuf deeggarsi mootummaa, dhaabbilee adda addaa, miti mootummaa fi abbootii qabeenyaan taasifamaa jira jedhameera.
Mootummaan Eemmireetoota Arabaa Gamtoomanii kanaan dura manneen barnootaa ijaaruu fi barattoota qabxii olaanaa galmeessan badhaasa kennuun barnoota Oromiyaa cimsuuf deeggarsa gochuun ni yaadatama.
Guyyaa har’a Hoogannaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon deeggarsaa taasifamee fuuchuu ragaan Biiricharra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.