Fana: At a Speed of Life!

Murtoon uummataa naannoo Kibbaa guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsame

Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffamu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.

Boordichi murtoon uummataa naannoo uummattoota Kibbaa godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5’tti gaggeeffamu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu beeksiseera.

Murtoo uummataa naannichatti gaggeeffamuuf namoonni miiliyoonni 3fi kumni 28 fi 770 sagalee isaanii kennuuf galmaa’uu ibsameera.

Murtoo uummataa kanarratti taajjabdoonni biyya keessaa kumni 5fi 274 kan bobba’an ta’uus eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.