Fana: At a Speed of Life!

Muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook yaalii ajjeechaa jalaa ba’an

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook yaalii ajjeechaa jalaa ba’an.
 
Yaaliin ajjeechichaa kan taasifame har’a magaalaa Kaartuumitti.
 
Yaalichaan miidhaan irra ga’e akka hin jiraatin ibsameera.
 
Muummee ministirichaa yaalii ajjeechaa boombii konkolaataan taasifame jalaayi kan ba’an.
 
Boombichi konkolaataa isaan dabaalurratti axxeeffamee kan ture.
 
Yeroo ammaas iddoo nageenyi isaanii eegamutti geeffamaniiru.
 
Maddi; Arab News
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.