Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad projaktii ijaarsa daandii Haayqi-Bistiimaa-Ciifraa eegalchiisan

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad projaktii ijaarsa daandii Haayqi-Bistiimaa-Ciifraa eegalchiisan.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad projaktii ijaarsa daandii Haayqi-Bistiimaa-Ciifraa guyyaa har’aa eegalchiisaniiru.

Daandiin kiiloo meetra 74.3 dheeratu kun baasii Birrii biiliyoona 2.1 ni gaafata.

Ijaarsi daandichaa waggaa 4 keessatti ni xumurama jedhameet eegama.

Daandichi wayita ammaa sadarkaa cirraachaan tajaajila laachaa kan jiru si’a ta’u, naannoolee Affaarii fi Amaaraa kan walqunamsiisudha.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.