Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa FDRI ergaa baga geessanii Ayyaana Qillee dabarsan

Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI  Dooktar Abiy Ahimaad ergaa baga geessanii Ayyaana qillee dabarsan.

Dooktar Abiy Ahimaad hawaasa Addunyaa fi lammiilee Itoophiyaa biyya alaa jiraatan hundaaf barri Faranjootaa 2020  bara gaarii akka  ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

Barri 2020 bara guddinaa, badhaadhinaa, fayyaa fi nageenyaa hawaasa hundaaf akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.