Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Somaaliyaa kaabinee haaraa hundeessan

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Somaaliyaa kaabinee haaraa hundeessan.

Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Mahaammad Huseen Robeelee kaabinee haaraa hundeessan ifoomsan.

Kaabinee haaraan itti aanaa muummee ministiraa dabalatee ministiroota 26 ofkeessatti kan haammate yoo ta’u, kanneen keessa 4 dubartoota ta’uu himameera.

Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Mahaammad Huseen Robeelee dabalataan ministir deettoota 17 fi itti aantoota ministiroota 26 ifoomsaniiru.

Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Mahaammad Huseen Robeelee Adoolessa 25 darbe gara aangootti kan dhufan.

Maddi:- BBC

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.