Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf hidhawwan hojjetaman misooma jallisiif oolaa jiru – Obbo Awwal Aarbaa

Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Hidhawwan Balaa Lolaa mudachuu malu ittisuuf hojjetaman misooma jallisiif oolaa jiraachuu Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan.

Hojii Misooma Jallisiin oomishtummaa dabaluu qofa hin taane jireenya Horsiisee Bulaa jijjiirruuf barnoota guddaa irraa argameera jedhan.

Hidhawwan Balaa Lolaa Ittisuuf hojjetaman hojii misooma jallisiif oolaa jiraachuu kaasaniiru.

Naannichatti hojiin misooma Jallisii haaraan eegalaman oomishtummaa dabaluurra darbee jireenya Horsiisee Bulaa jijjiiruuf barnoonni cimaan irraa argamuu himaniiru.

Hojiin kun horsiisee bulaa gara gariin Horsiisee bulaatti jijjiiraa jiraachuu kaasaniiru.

Balaa Lolaa Ittisuuf hojiileen hojjetaman oomishtummaa misooma jallisii dabaluu fi fayyadamummaa Horsiisee bultootaa mirkaneessaa jiraachuu eeruu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.