Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti nageenyi akka bu’uuf qaamoolee ga’ee isaanii ba’ataniif sirni beekamtii kennuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Qaamme 2, 2012(FBC)- Naannoo Amaaraatti nageenyi akka bu’uuf qaamoolee ga’ee isaanii ba’ataniif sirni beekamtii kennuu gaggeeffamaa jira.

Naannoo Amaaraatti nageenyi akka bu’uuf qaamoolee ga’ee isaanii ba’ataniif sirni beekamtii kennuu magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa jira.

Sirnichi mata duree “misooma itti fufaa fi waliinii, olaantummaa seeraa” jedhuun kan qophaa’e hoggantoonni hojii fedeeralaa fi naannoolee argamaniiru.

Sirnicharratti Preezdaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xiruunah, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Beeniishaanguul Gumuuz obbo Ashaadilii Hasan, Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad dabalatee hoggantoonni hojii olaanoon argamaniiru.

Nageenyyi naannichatti akka bu’uuf ga’ee isaani kan ba’atan namoota 150, dhaabbilee federaalaa fi naannoof akka laatamu ibsameera

Naatinaa’eel Xigaabuutu gabaase.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.