Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti fiigichi daandirraa gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti “Nageenyaaf nan fiiga” mataa duree jedhuun fiigichii daandirraa gaggeefameera.

Figicha kana dhaabbanni miti mootummaa ‘Eastern development initiative’ jedhamu naannoo Hararii waliin tahuun kan qopheessan yoo ta’uu, figicha atleetoota dargaggootaa gidduutti gaggeeffameen dubartootan Salaam Fallaqee 1ffaa, dhiiraan ammoo Atleet Abdulaziiz Abbaas1ffaa ba’uun xumuraniiru.

Yaasiin Shamsuddinitu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.