Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraayitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu marsaa lammaffaan xumuramuu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisan

Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) –Naannoo Tigraayitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu marsaa lammaffaan xumuramuu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisan.
Yeroo ammaas kan dhumaa fi marsaan sadaffaan sadarkaa dansaarra jiraachuu ibsaniiru.
Raayyaan ittisaa juuntaa ABUT seeratti dhiyeessuuf kallattiiwwan addaddaatin imalasaa itti fufeera jedhaniiru.
Ummanni naannichaa seera kabachiisuurratti gumaacha akka taasisu, miseensonni juuntaas sa’aa 72 keessatti harka akka laatu waamicha dhiyeessaniiru.
Hawaasa baqate deebisanii dhaabuu, bu’uuraalee misoomaa suphuu, iddoolee juunticha jalaa bilisa ba’an jiruu idileetti deebisuuf ni hojjetamas jedhaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.