Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Hararii sirreeffamtoota seeraa 59’f dhiifama taasise

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Naannoon hararii waggaa haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 59’f dhiifama taasisuu ibsame.

Naannichi dhiifama kan taasise sirreeffamttoota seeraa ulaagaa dhiifamaa guutanii argamaniif ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Lammiileen dhiifamni taasifameefis wayita hawaasatti makaman yakkoota garaagaraarraa ofqusachuun hojiilee misoomaarratti dammaqinaan akka hirmaatan mootummaan naannichaa waamicha dhiyesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.