Fana: At a Speed of Life!

Namoota yeroo fi qabeenya isaanii hunda lammii isaanii garagaaruuf oolachaan jajjabeessuu qabna -Aadde Adaanach

Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Dooktar kabajaa Abbabachi Goobanaa daawwataniiru.
Namoota yeroo fi qabeenya isaanii hunda lammii isaanii garagaaruuf oolachaan jajjabeessuu fi gargaaruun kanneen biroo fakkeenyummaa isaanii akka hordofan taasiisuu qabna jedhan.
Aadde Adaanach, daa’immanii fi guddattoota giddugalicha keessatti argamanii fi kunuunsa taasiisaa jiraniin baga ayyaana Qillee geessan jedhaniiru.
Dooktarri kabajaa Abbabach Goobanaa, daa’immaan kuma 6f haadha ta’uun hojii gaarii hojjtan galateeffaniiru.
Kabaja ayyaanichaaf kan oolu birrii miiliyoona 1.5 fi meeshaalee birrii kuma dhibba 5 baasuu kennaan giddugalichaaf laataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.