Fana: At a Speed of Life!

Neeyimaar Juuniiyer hanga xumura bara taphichaatti gara taphaatti hin deebi’u jedhame

Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa PSG Neeyimaar Juuniiyer sababa miidhamaan hanga xumura bara taphichaatti gara taphaatti hin deebi’u jedhameera.

Neeyimaar tapha PSGn Liil goolii 4 fi 3n injifaterratti miidhama isa muudateen hanga xumura bara taphichaatti gara dirreetti hin deebi’u jedhame.

Taphatichi erga gara PSG dhufee yeroo 17ffaaf miidhamuu isaa eerameera.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.