Fana: At a Speed of Life!

Obbo Araggaa Kabbaddaan jiraattoota saba Waagmiraa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaan jiraattoota saba Waagmiraa waliin magaalaa Saqoxaatti mari’atan

Dhimmoota nageenyaa, Misoomaa fi Bulchiinsa gaarirratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.