Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokonniin borurraa eegalee Chaayinaa ni daawwatu

Finfinnee, Caamsaa 15 ,2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin guyya borurraa eegalee daawwanaa hojii Chaayinaatti ni taasisu jedhame.

Obbo Dammaqaan afeerraa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaangiin taasifameefiin daawwanaa hojii kan taasisan ta’uu Ministeerri Dhimmaa Alaa Chaayinaa beeksiseera.

Obbo Dammaqaan turtii isaaniin, Qondaaltota olaanoo biyyattii waliin ni mari’atuun kan eeggamu ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.