Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan daawwannaa hojiif boruu gara Turkii ni imalu

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)-  Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin daawwannaa hojiif boruu gara Turkii ni imaluu jedhameera.

Obbo Dammaqaan daawwannaa hojii guyyoota 2f taasisaaniin aangaa’oota Turkii waliin  hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mari’atuun eegama.

Ityoophiyaa fi Turkiin hundeeffamaa hariiroo dippiloomaasii waggoota 125f kabajamuu sababeeffachuun imbaasii Ityoophiyaa Ankaaraatti argamuus ni eebbisiisuun eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.