Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ambaasaaddaroota Mana Maree Nageenyaaf ibsa laatan

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) –Obbo Dammaqaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ambaasaaddaroota Mana Maree Nageenyaaf haala waqtaawaa naannoo Tigiraayirratti ibsa laatan.
Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ambaasaaddarootaa Fi Bakka Buutota Mana Maree Nageenyaaf haala waqtaawaa naannoo Tigiraayi ilaalchisuun ibsa laataniiru.
Obbo Dammaqaan mootummaan dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Tigiraay guutuuf hojjechaa jiraachuu ibsuun tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabajuu erga xumuramee eegalee jijjiiramni olaanaan jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.