Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ergaa baga gammadanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu sababeefachuun ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.
Fedhii misoomaa biyya keenyaa deebisuuf jijjiirrama hunda galeessa eegalle hirmaannaa hoo’aa ummata keenyaan itti fufa jedhan.
Boqonnaa seenaa qabeessa kanarra ga’uu keenyaaf Ummanni Ityoophiyaa,dhalattoonni fi lammiileen Ityoophiyaa guutuu addunyaarratti argamtan marti baga gammaddan baga gammanne jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.