Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galan

Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniini durfamu Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galeera.

Jilichi Walga’ii waloo Komishinii Ministiroota Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa magaalaa Moqaadishootti gaggeeffamurratti hirmaachuu magaalaa Moqaadishoo galuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Obbo Dammaqaan wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Somaaliyaa Eedan Adee ga’an simannaan taasiifameefira.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.