Fana: At a Speed of Life!

Obbo Gadduu dabalatee Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an paarkii shaggarii fi Inxooxxoo daawwatan

Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Aandaargaachaw dabalatee, Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an paarkii shaggarii fi Inxooxxoo daawwatan.
 
Obbo Gadduu Aandaargaachaw dabalatee Ambaasaddarroonni fi itti gaafatamntoonni waajjira qoonsilaa waltajjii waggaa ambaasadarotarratti hirmaataa turan daawwannaa kanarrati hirmaataniiru.
 
 
Proojaktiin kun miira addaa kan itti uume ta’uu ambaasaaddaroonni kunneen ibsaniiru.
 
Agarsiiftuu Ashaaraa dhalootaa ta’uu eeraniiru.
 
Proojaktichi kallattii hundaan ilaalcha jijjiiruu caalaa fakkeenya danda’uuti jedhan.
 
Biyya beeksisuu keessattis shooraa olaanaa qaba jedhaniiru.
 
Haabtaamuu Taklasillaaseetu gabaase
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.