Fana: At a Speed of Life!

Obbo Kadir Jawaar Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Kantibaan magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanni Irreechaa ayyaana nageenyaa, Araaraa, Tokkummaa fi obbolummaa akka ta’u hawwaniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.