Fana: At a Speed of Life!

Obbo Sulxaan Abduusalaam Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Hararii ta’uun filataman

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun obbo Sulxaan Abduusalaam Af Yaa’ii Mana Marichaa taasiisuun filateera.
Obbo Ariif Mahaammad ammoo itti aanaa Af Yaa’ii naannichaa ta’uun filatamaniiru.
Muudamtoonni lameen sirna kakuu raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.