Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xirunahiin Itti Aanaa Pireezidaantii paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman

Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Miseensa Koree Hojii Raawwachiiftuu kan turan Obbo Tamasgeen Xirunahiin Itti Aanaa Pireezidaantii paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman.

Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa kan turan Obbo Dammaqaa Makonniin akkaataa qajeeltoo fi adeemsa bakka wal buusuu Paartichaan Koree Giddugaleessaa keessaa sagalee caalmaan kabajaan gaggeeffamaniiru.

Koreen Giddu Galeessaa Paartii Badhaadhinaa Walga’ii gaggeessaa tureen Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa kan turan Obbo Dammaqaa Makonniin akkaataa qajeeltoo fi hojmaata bakka buusuu Hoggansa Paartichaan sagalee caalmaan kabajaan gaggeesseera.

Miseensa Koree Hojii Raawwachiiftuu kan turan Obbo Tamasgeen Xirunahi Itti Aanaa Pireezidaantii paartichaa ta’uun bakka isaanii sagalee caalmaan filatamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.