Fana: At a Speed of Life!

Oomishni Gabaa Ityoophiyaa baatiwwan arfan darban  oomishaalee Meetirik Toonii kuma 51 wal bichisiisuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Oomishni Gabaa Ityoophiyaa baatiwwan arfan darban oomishaalee qonnaa Meetirik Toonii kuma 51 ol Birrii Biiliyoona 4.4 wal bichisiisuu  beeksiiseera.

Oomisha Bunaa Toonii kuma 17 fi 690, Saliixii Toonii Kuma 15 fi 445, Boloqqee Adii Toonii kuma 3 fi 24, Atara Toonii kuma 4 fi 731, Maashoo Magariisa Toonii kuma 3 fi 368, Boloqqee Diimaa Toonii 215 fi kanneen biroo wal bichisiisuu Ragaan Oomisha Gabaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.