Fana: At a Speed of Life!

Oomishni midhaanii bara kana Naannoo Somaaleetti argame kan baay’ee abdii  namatti horudha- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Oomishni midhaanii bara kana Naannoo Somaaleetti argame kan baay’ee abdii  namatti horudha jedhan Muummeen Ministraa Abiy Ahimad.

MM Abiy Ahimad gama fuula Feesbuukii isaaniitiin, guutummaa Ityoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuu fi humna of danda’uu biyyattii cimsuuf kutannoodhaan hojjechuun cimee kan itti fufu ta’uu ibsaniiru .

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.