Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa kennamuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaatni naannoo Kutaa 8ffaa bara 2015 laatamuu eegaleera.

Qormaatni Kutaa 8ffaa guutuu Oromiyaatti kennama jiru karaa nagaafi bilisa ta’een jalqabamu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiiseera.

Barattootni kumni 490 ol ta’an qormaaticha fudhachaa jiraachuu ibsameera.

Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa waxabajjii 26 – 27/2015 kennama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.