Fana: At a Speed of Life!

Paarkiin Ambaasaaddara Birrii miiliyona 49n haaromfame eebbifame

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Paarkiin Ambaasaaddara Birrii miiliyona 49n haaromfame eebbifameera.
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Mana Jireenyaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee calqabaa kan turan Bitwadad Waldatsaadiq Goshuu tajaajila bashannaaa ummataaf olche.
Sirna eebbaa kanarratti Itti Aantuu Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni olaanoo magaalatti argamaniiru.
Akkasumas, hoggantoonni Magaalaa Finfinnee duraanii obbo Alii Abdoo fi obboo Taffaraa Waalwaa dabalatee keessumoonni akkasumas jiraattooni argamaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.