Fana: At a Speed of Life!

Paarlaamaan haaraa hundaa’uu bu’a qabeessa akka ta’uuf waajjirri deeggaru jiraachuu qaba jedhame

Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Paarlaamaan haaraa hundaa’uu bu’a qabeessa akka ta’uuf waajjirri deeggaru jiraachuu qaba jedhameera.

Waltajjii marii magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jirurratti Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo fi itti aantuun Af Yaa’ii aaddee Shitaayee Minaalaa dabalatee hoggantoonni mana mariichaa fi waajjirichaa argamaniiru.

Waltajjichaan yeroo ammaa waajjira jiru irraa deebiin gurmeessuuf qorannoon gurmaa’insaa dabalataa ogeeyyiin dhiyaachaa kan jiru yoo ta’u, qorannichi muuxannoo waajjiraalee paarlaamaa Hindi, Afrikaa Kibbaa, Bootiswaanaa fi Ingiliiz kan qoratee ta’uu kanneen qoranichaa dhiyeessaan ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.