Fana: At a Speed of Life!

Paartii Badhaadhinaa magaalaa Ambootti duula na filadhaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa godina Shawa lixaa magaalaa Ambootti duula na filadhaa gaggeessaa jira.

Duulicharratti Hogganaan Paartii Badhadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaa dabalate, hoggantoonni Paartii Badhadhinaa mootummaa federaalaa fi naannoo biroon argamaniiru.

Duulicharratti  jiraattoonni godina Shawaa Lixaa aanoole 22 keessaa walitti ba’aan argamaniiru.

Gammachuu Beekumaatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.