Ganna dhufu balaa lolaan midhaan akka hingeenye hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Komishiniin Hoggansaa Sodaa Balaa fi Ibiddaa waqtii Gannaa balaa lolaan miidhaan namarraa fi qabeenyaarra akka hingeenyeef xiyyeeffannaan hojjetamaa…