Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Pireezidaanti Musxafee Mohaammad Dirree Dhawaatti sagantaa Afxira qophaa’erratti hirmaatan

Finfinnee, Eebla 06, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammad sagantaa Afxira Magaalaa Dirree Dhawaatti qophaa’erratti hirmaataniiru.

Sagantaa kanarratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar dabalatee hoggantoonni Olaanoon Naannolee Oromiyaa fi Somaalee biroon argamuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.