Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu

Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphni Qidduus Giyoorgisii fi Faasil gidduutti taphatamu ni eegama.

Har’a sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti Qidduu Giyoorgiis tapha murteessaa Faasiil waliin ni taasiisa.

Taphni har’aa kun Giyoorgis morkii Waancaaf taasisuuf tapha murteessaa ta’uu eerameera.

Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Kilabni Kubbaa Miilaa Magaala Dirree Dawaa Kilaba magaalaa Hawaasaa waliin falmiin taasiisaniis xiyyeeffannoo argateera.

Ligiicha Qidduus Giyoorgis qabxii 42 yoo dursu, Bahaar Daar gooliin caallamee qabxii walqixaan sadarkaa 2ffaarratti argama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.