Fana: At a Speed of Life!

Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu

Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan galgala sa’aatii 3:30 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu.
Taphni Saawuuzhamtoonii fi Cheelsii gidduutti sa’aatii 3:45 eegaluun taphatamu ni eegama.
Taphoota biroon galgala sa’aatii 3:30 eegalee Kiristaal Paalaas fi Breentifoord, Fuulhaamfi
Biraayit & Hoov Albiyoon waliin kan morkatan yoo ta’uu, Liidis Yuunaayitiid fi Eevartan sa’aatii 4:00 irraa eegaluun waliin taphatu.
Guyyaa Boruus sa’aatii galgala 3:30 irraa eegalee taphoonni 5 ni gaggeeffamu.
Taphoota arfan hanga ammaatti taphatameen Arsenaal qabxii 12 walitti qabachuu liigicha dursaa jira.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.